Home
Login
Register
Search
Home
Qajeelfama Muldhis Marii
Qajeelfama Muldhis Marii
March 23, 2018 | Author: kashaaqaa | Category:
Religion And Government
,
Islamic States
,
Islamic Ethics
,
Islamic Fundamentalism
,
Islam And Politics
DOWNLOAD
Share
Report this link
Comments
Description
Dhaabbata Raadiyoofi TelebijiiniiOromiyaa Qajeelfama Sagantaa Muldhis Marii Qopheessaa:Korree Shaanqullee Adaamaa, Adoolessa, 2006 Qajeelfama Muldhis-Marii (Talk Show)/Ardaa Marii Haala Waliigalaa Mariin amala hawaasummaa qaba. haala hojiin itti hojjatamu mijeessuuf qajeelfamni bu’aa qaba. warri Ingiliizii ammoo “Chat Show” jedhanii waamu. warri nu dura sabaa himaa qabaatan. marii sabaahimaadhaan amba baldhaatti qabatanii bahuun barame. . Sirna iftoomaafi itti gaafatamummaa qabu diriirsuun. Guyyaa keessa bara teknoolojiin tole. Barbaachisummaa Qajeelfamaa Aadaa sabaa himaa kamiyyuu keessatti hojmaanni sirriin kan qajeelfama qabu waan ta’eef. baldhoo akka muuxannootti daddabarsiti. 1. Mariin guyyaa mara rakkoo furti. Qajeelfamni hojii jiraannaan warra amma hojitti seenaniifi kan keessa turanillee hojii sirraawaa seera qabeessa akka hojjatan gargaara. Hawaasni keenya manattis alattis nimari’ata. Mariin bifiyyee hawwataafi miidiyaalee addunyaa keessatti barame. Warri Ameerikaa “Talk Show” jedhuun. Warri hafanis akkuma afaan isaanii gara garaa maqaan bifiyyee akka kanaatti moggaasan heddu. sabaa-himaa keenya keessatti qajeelfa keenya sirreessuun hojmaata keenya sirreessa. Maqaa muldhismarii (yoo akka jirutti hiikne) itti moggaasan. yoo haala qabiyyee itti dhiheessaniin hamma tokko fooyyesse malee. Hojmaata sabaa-himaa hammayyessuuf. Matadureen tokko si’a meeqa yookaan kutaa meeqa qofa akka ta’uun tamsa’u murteessuuf. keenyaa /dhaabbata keenyaa . Namni itti tole balbala mataa ofii baafatee akka fedhetti hojjata. Kanaaf.2. Qabiyyeen tokko bifiyyee gara garaan hojjatamuu mala. Hirmaannaan hawaasaa gajjallaa jiruu. qophiin bifiyyee kamiinuu hojjatame akka darbuu hinqabne qajeelfamaan ittisuuf. Bifiyyeen tokko garuu. kaayyoon qajeelfama kanaa: Sagantaan muldhis-marii (Ardaa Marii) bifiyyee duraan qoratameen akka hojjatamu karaa qabsiisuun daangaa itti gochuuf. Yeroo sagantaa kanaaf ramadame keessatti. ofiif jijjiiramuu hinqabu. Bifiyyee haala kamiinuu dirqamnee yookaan fedhii keenyaan jijjiiruun naamusa ogummaa kabajuu dhabuu akka ta’e agarsiisuuf. Karaan yookaan hulaan martuu sirriidha. beektotaafi gaggeessitootaa daangaa akka qabaatu gochuuf. Kaayyoo: Akka ragaaleen muldhisanitti hojiin qajeelfama hinqabne balbala heddu qabdi. 1. Kaayyoon bifiyyee kanaa garuu dhimmoota jireenya ilmaan namaa keessatti rakkisaniifi gaarii ta’an mariidhaan fala barbaaduufi muuxannoo qooduudha. Mataduree Qajeelfamaa Qajeelfamni kun ammaa achi qajeelfama muldhis-marii jedhamee waamama.1. 1.2. Kutaa Tokko 1. 4. kan fudhatamu imaammata gulaallii DhRTVOti. Keessummaa/Keessummoota: qajeelfama kana keessatti keessummaa/keessummoota jechuun warra marii istuudiyoo irratti hirmaatan. 3. Hiikkaa Jechootaa 1. Daangaa Qajeelfamaa Qajeelfamni kun imaammata gulaallii Dhaabbata Raadiyoofi Telebijiinii Oromiyaatin walitti hinbu’u. Galma Hojmaata hammayaawaa itti gaafatamummaa qabu diriirsuun sagantaalee hojjannu fooyyessinee amanamummaa ummata biratti qabnu dabaluu. . Waan walitti bu’uun qabaannaan.2. Mataduree marii/seenaa marii akkaan qopheeffadhu.4.1. Gaaf-deebii: gaafii keessummeessaan dhimma marii yookaan seenaa namaa irratti keessummoota marii irratti hirmaatan gaafatu.1.1.3. Qophii Dursaa (Preproduction) Qophii kana yoo qopheessitu yaada marii bilcheessuufi sabaa-himaadhaan ummatatti achi bahuun dura yeroo baay’ee kan sirraa fudhatu qophii dursaa ta’uu qaba. 2.2. koornayaa biraatis hinqoodan. Koornaya Jechoonni qajeelfama kana keessatti Koornayaa tokko himuuf haajaa itti bahame.1.2.2. 1.1.2. Mataduree/dhimma haarawaafi kan qalbii namootaa qabu filadhu.2. Faayidaa mataduree/dhimma kanarratti mari’achuu hubadhuu hubachiisi.1. 1. Seenaa/dhimma marii dursii barreeffamaan gulaalaa keetti agarsiisi.1. 2. Keessummeessaa: gaazexxeessaa/gaaxexeessituu waltajii istuudiyoo irratti keessummaa/keessummoota mariisisu/mariisistu.3. 1. 2.4. 2.3. Kutaa Lama: Adeemsa Qophii Muldhis-marii 2. Dhageeffataa/daawwataa: warra mana isaanii taa’anii bilbilaan/ergaa barreeffamaan hirmaataniifi walumatti qabaan warra kallattiin marichi dhihaatuuf. . 10.12. 2.1.1. Namoota/keessummaa muuxannoo jireenyaafi beekumsa cimmisatan kan namootaaf barumsa dabarsan filadhu. 2.1. 2. Gaafiiwwan yeroo marii ati gaafattu haala gaariin qopheeffadhu. Dhiibbaa alaa dhufu irraa walabummaan karoorsanii hojjachuu [qaamni kamiyyuu editooriyaalii keenyarratti dhiibbaa gochuu hindanda’u]. Tooftaawwan marii eegaltee ittiin xumurtu qabaadhu (Gabatee dhuma qajeelfama kanaatti hidhame ilaali). 2.1. iyyaafachuun hojjachuu. Dhimmoota mariif ta’an ogeeyyii kutaa waliin sirritti mari’achuu.1. akkas ta’uu baannaan walakkaa mariitti liqimfamtee gara itti baatu dhabda. .6. 2.5. Yaada kallattii gara garaa mataduree san irratti namoonni kaasan (kan qoratame-fakkeenyaaf yaada dogongoraan ka’u.13. 2. 2.7.11. yaada saayinsawaa jechuun tarreessi). 2.1.2. 2. Dhimma/seenaa marii hanga ogeessi dhimmicharratti muuxannoo qabu beeku atis beekuuf carraaqi. Tartiiba yaadaafi cuunfaa yaada/dhaamsa guyyaa san darbuu duraa duubaan kaayi.8.1.1. yaada beekaa namoonni kaasan.1.14.1. Qorannoo dhimma muldhis-marii dubbisuun.9. Dhaamsa/ergaa marii keessa hawaasaaf darbu adda baasuu. 2. .1. adda hinbeekkamneen fooyachuu darbuu [dhimmoota malan dursanii marii irratti karaa akeekkachuun itti qophaahuun dirqama].22.1.15.21. gaaf-deebii bifa nama hawwatuun hojjachuu. 2. Kutaa hawaasaa istuudiyoo keessatti hirmaatuu qabu filachuu.1.1. 2. yoo lakkoofsi namoota mari’atanii xiqqaa ta’e hirmaannaan marii keessatti qaban/carraan dubbachuu nidabala (TV yoo ta’e). Kutaan hawaasaa dhimmi marii isa dhaqqabu martuu maricharratti bilbilaan yokaan ergaa gabaabaa barreeffamaatin akka itti hirmaatan mijeessuu. 2. dursanii keessummaa san faana gaaf-deebii hinwaraabamne hojjachuu.19. 2. 2.18.20.1.2. Sonni uffata namootaallee miidhagina mariitiif bareeda. Yaada marii qabatamaa ummata fayyaduufi waan qabatamaa hintaane.1.16.1.1. 2. Yoo marii irratti kan dhihaatu seenaafi muuxannoo namaa ta’e. Lakkoofsa hirmaattota marii daangessi.17. Dhimmoota marii fagotti karoorsanii beeksisa itti hojjachuun hirmaataa dadammaqsuu. hirmaattota marii keetiitiif kana dursii eeri akka itti qophaahan (TV yoo ta’e). Gaafiiwwan yeroo marii dursii baafadhuu. 2. Haala teessuma muldhis-marii/ardaa marii hirmaattotaafi waltajjii kan nama hawwatu godhi. 2. “haa dheeratuu hirmaattonni dirqisiisuu hinqaban.1. 2. karoorri mirkanaa’ee beeksisa qophii erga hojjatteen booda waan humnaa oliin kan jijjiirtu taanaan dhageeffataa/daawwataa dhiifama osoo hingaafanne hinjijjiirin. erga maritti aseennamee.27.1. Angoon kan keessummeessaa marichaati waan ta’eef.1. haa gabaabbatuu” jechuun . Yeroo Marii (Production) Marii keessatti haalli keessummaafi ati itti teessan qalbii warra daawwatuullee qabata (TVf).28.26. 2. karoorri kee akka mirkanaa’een beeksisa hojjadhu akka daawwataan/dhageeffataan si’aawu. qunnamatiin ati hirmaattota/keessummaa duukaa qabdu kan hojii qofa.23. 2. Dhimma marii sirritti beekuufi himuunis akkasuma bu’aa qaba.1.25.1. qorannoo maalee hinmariisisin. Dhimmota armaan gadii kanatu jabeeffamee qabamuu qaba yeroo marii.2. 2.2. karoora malee hinmariisisin.2.1. 2.1.2.2. 2. yeroo maraa karoora ofeeggannoo qabaadhu.24. Gaafiin gaafattu kamiyyuu kan qorannoo irraa madde ta’uu qaba.2. 2. Gaaf-deebiin keetis dhimma/mataduree beeksisteen ala bahuu hinqabu. 2. .2. Hooggansi dhimma marii eeggaluun sirrii miti.2.2. 2.6. ibsa abbaan gaafatamuyyuu kennuu mala waan ta’eef. 2.2.2.2. yaada malee. Dhageeffattoonni/daawwattoonni qophichaa ergaa darbu akkaan akka hubatan hirmaattonni/keessummoonni/keessummaan kee jechoota afaan biraa akka hinfayyadamne dursii waliigali.2. gaafii yoo qabaatan yeroo kennameef keesstti akka dubbatan afeeri. yoo tasa dhimma ogummaafi maalummaa mataduree ibsuun barbaachisaa ta’e malee. 2.2.4. 2. 2. Mataduree marii/seenaa marii afaan namni kamiyyuu beekuun sirri ibsii hirmaattonni kee achi keessaa akka hinbaane daangessi.2. Keessummaa/keessummoota marii kan akkaan dubbatu/dubbatan filadhu.3. 2.10.9.11. Gaaf-deebii yoo hojjattu ibsa kennuun osoo hintaane. Hirmaattota marichaa.2. kana hirmaattota/keessummaa keetiif dursii ibsi.8. Namuu daqiiqaa kennamteef keesstti waan dubbatu jedhee irraa bu’uu qaba.7.12. Yeroo yaanni itti walharkaa fuudhamu daangessi.5. qajeelatti waan gaafattu barbaadde gabaabsii gaafadhu. 2. 15. kallattiin abbaa dhimmi ilaallatuuf carraa kenni haa dubbatanii-hunduu waan dhimmichi isaan ilaallatuuf dhufan malee taajjabuuf miti. 2. 2. osoo namuu narratti hinbeekne mala akkamiin qajeelcha jedhii dursii itti qophaahi.2.2.2. 2. Keessummeessaan/mariisisaan dhimma marii irratti fedhii cimaa qabaachuufi humna cimaadhaan akkasumas sagalee gaariin . Tartiibni marii akka jijjiiramne.16. Yaadni dogongoraa yoo ka’e yookaan namoonni beekaa adeemsa kee jijjiiruu yoo barbaadan.19.18. 2. rifachuu osoo hintaane.17. 2. 2.2. Yeroo gaaf-deebiifi marii dursii murteessi. “Namni dhimma kanarratti yaada qabu jiraa” hinjedhin. dhageeffataas hawwata. Duudhaa hawaasaatin kan walsimu taanaan qoosaa/baacoo jidduu buusuun marii finiinsa. Mariin namoota istuudiyoo seenan qofa osoo hintaane.2. dhaamsi darbus hingeeddaramne dammaqinaan dhageeffachaa hordofi. warra mana taa’uun daawwatu/dhageeffatus akka sirritti siif qabutti jidduu seenaa yaadni gara garaa akka dhihaatu qajeelchi/gaafii gaafadhu. 2.13.14.2.20.2. Hanga keessummaan tokko waan barbaade dubbatee fixu teessee hinilaalin. jidduu seenii carraa warra biraatif kenni yookaan gaafiin duukaa bu’i.2.2. yaada hanqina hojiifi hojmaataa yoo ta’es hanga namni dubbatu xumurutti utaaltee afaanitti hinqabin.2. namni yaada hinqabu hinjedhu-carraas walcaalchisa. 2.2. yaada kee namatti hinfe’in.yoo dhimmicha beeksisaa.27. amantiin yaadni kennu daangahuu hinqabu.2. . namani namummaa isaatin malee aangoo.26. namoonni/keessummoonni kee akka sitti hiikkatanii dubbatan malee akka yeella’an/qaana’an/ceeran gochuu hinqabdu. saalaan.2.23. 2. 2. 2. beekumsa mataduree marii irratti qabaniifi dhimmichatti dhihaachuu isaanii hubachiisuu malee. 2. hirmaattonni yeroo(time allotted) yaada ittikennan walhincaalchisin.25.24. xumura irrattis haaluma sanaan goolabnaan qophichi miira namaa qaba.21. Namoota kan beeksistuuf faarsuuf osoo hintaane.2.22.2. hirmaattota afeeraa adeeme.2. 2. waan isaan qaban mara beeksisuuf siif hinhayyamamu. kaayyoon kee mataduree beeksisuu taanaan akkaan beeksis. 2. Kaayyoon kee hirmaattota/keessummaa marii beeksisuu taanaan isaan sirritti beeksisi (yeroo tokko tokko seenaan namootaa dhimma marii ta’a waan ta’eef). namni yaadni na hafe jira jedhu jiraa jettee hingaafatin. bakka irraa dhufeen. 1.3. 2.2.1.3. ati sagantaa kee xumuruun dura waan ijoo marii irraa dhaggeeffataa/daawwataan fudhachuu malu qabsiisi. Keessummeessan/keesuummeessituun aadaa awwaattoo ta’ee/taatee waanuma barame irra deddeebi’uu osoo hintaane.3. . 2.3. aadaa duubbisuufi qorachuu qabaachuu qaba/qabdi. Xumura (Postproduction) 2. 3. waldiddaa yaadaa osoo walitti hinaraarsin bahuun dhoowwadha. Kaayyoo murtaa’e malee gaaf-deebii gaafachuurra carraa warra dubbatuuf kenni. Mataduree tokko kutaa tokkoo ol qilleensarra tursiisuun hinta’u.5.1. 3.1.2. Sagantaan marii keessummeessitoota lama yookaan keessummeessaa tokko kan sagantaa kanaan beekkaman/beekkamu qabaachuu qaba.3. Yoo lachuu.2. Keessuummeessaa/Host 3. Mariin mataduree yookaan seenaafi muuxannoo nama dhuunfaa tokkorratti ta’uu mala.3.1. 2.1. Dhimmi marii tokko karaa nama hinmamsiifneen goolabamuu qaba.6. 2. 2. Muldhis-marii waltajjii gabaasni sektarootaa itti dhaggeeffatamu ta’uu hinqabu.3. Kutaa Sadaffaa: Waa’ee Keesummeessaa/Mariisisaa 3. Qophii biraa bakka qophii kanaa tamsaasuun waan hinmalle.3.4.3. 1. Mariisisaan/keessummeessaan afaan dogongora hinqabne.8.4. kan uffatu irraa miidhagu ta’uu .1.1. 3. kan muuxannoo sabaa-himaa qabu. kan yaada tartiibessee dhiheessu. 3. Dandeettii battalumatti dubbii hubachuufi mala dhahuu qabaachuu.9.1.11. 3.Keessummeessaan/mariisisaan bakka tokko qofa taa’ee mugaa ooluu osoo hintaane. kan oguma waliigaltee hawaasummaa qabu.3.6. kan battalumatti murtii kennu.5. akka garaa isaatti asiifi achi sosocho’aa marii sissi’eessuu qaba. 3.1. 3. jechoota filatamaa kan dubbatu irraa bareedu.1. kan sagalee bareedaafi dandeetti waa uumuu qabu ta’uu qaba. 3. Dandeettiin mariisisa/mariisistuu dhimma marii kaasuu yookaan kuffisu danda’a waan ta’eef dandeettii qabaachuun dhimma ijoodha. Keessummeessaan tibbaafi (charisma) arnya (authority) qabaachuu qaba.1.7.10. Keessummeessaan/mariisisaan kan dafee dhimma marii hubatu. Dhimma marii/keessummaa seenaafi muuxannoo isaa himu hanga dhageeffataafi daawwataan beekuu ol beekuu. 3. Dandeettii afaanii cimaafi daddafee dubbachuun miira gaarii daawwataa/dhaggeeffataa istuudiyoo keessaafi alaatis sissi’eessuu kan danda’u ta’uu qaba.1. Gaaf-deebii keesstti yookaan yeroo marii daawwataa/dhaggeeffataa kofalchiisuuf jecha dhimma mirga namaatti si buusisu hindubbatin.1.3.qaba (sababiin isaa dhageeffataa hunda beekaa si caaluufi kan mataduree san barachuu qabu maratu si hordofa).12. 4. Naamusa Ogummaa 4. 4. Kutaa Afur: Qajeeltoo Naamusa Ogummaafi Seeraa 4. 4.13.1.2. Gaaf-deebii yoo hojjattu hima salphaa namaaf galuun akkasumas osoo hiniyyine gaafadhu.1. Yoo faayidaa ummataafi biyyaatiif ta’e malee. abbaa dhimma marii ta’ee/taatee yaada ofii namoota irratti fe’uu hinqabu/qabdu.1.4. dhimma marii tokko istuudiyoo keessaa erga bahanii waliigaltee namoota muraasaafi faayidaa isaaniitif jecha marii keessaa baasuun atooma ogummaa si dhabsiisa.1. Keessummeessaan/mariisisaan muuxannoofi leenjii gaazexeessummaa gahaa yoo hinqabaanne mariisisuu hindanda’u. Yeroo yaada namaa addaan kuttu maaltu na dhibeen osoo hintaane malaan ta’uu qaba.1. .1. 3. 3.1. Mariisisaan/keessummeessaan mariidhaaf yookaan akka namoonni dubbatanii warri biraa irraa barataniif yookaan muuxannoo argataniif haala mijeessa/ssiti malee. 5. 4. dargaggoo. 4. Marii sagalee qofaa yoo ta’es.1.2.7. Dhageeffataan mirga odeeffannoo argachuu kan heeraan tumameef dhoorgatamuu hinqabu.4.2. Kaameeraan roga hinmalleen waraabee iccitii namaa baasuu hinqabu. 4. Dhimmoota faallaa imaammataa ta’an kamiyyuu irratti mariisisuun dhoorkaadha. ummataa. Mirgoota Namaa 4. kanabiraatti kan bu’u ta’uu gulaalaa kee wajjiin osoo hinmari’anne cituu/bahuu/daangahuu hinqabu.6. namoota biraa kofalchiisuuf jecha daangaa mirga dhuunfaatti bu’uun dhoorkaadha. dubartii. 4.2. . 4.2.2. Namoonni muraasni yeroo dheeraa dubbatanii yookaan itti deddeebi’anii carraa argatanii warra kaan carraa dubbii dhoorkachuun yeroo mariifi yeroo gulaalliitis dhoorkaadha. 4.2. 4.4.2. Hirmaataan/hormaattonni mirga yaada isaanii ibsachuu kan heeraan tumameef kabajuun dirqama.5. yoo tasa wanti akkasii uumames yeroo gulaallii bahuu qaba.2.3. Hariiroon ati namoota marii irratti hirmaatan wajjiin qabdus daangaa qabaachuu qaba-kaayyoo mariitif qofa walitti dhufuun filatamaadha.2. Yaadni hirmaataa/keessummaa biraa ka’u faayidaa biyyaa.1. Hojiirra Oolmaa Qajeelfama Kanaa Qajeelfamni kun guyyaa manaajimantiin DhRTVO akka hojiirra oolu murteessee kaasee hojiirra oola.8. . Daangaa Itti Gaafatamummaa Qajeelfama kana yookaan seerota qajeelfamni kun irraa madde cabsuun seeraan nama gaafachiisa.1.2.4.4.2. Haala Qajeelfamichi itti Fooyya’u Qajeelfamni kun yeroo hundaa jijjiramni hojmaataa barbaachisaa taanaan murtee manaajimantii dhaabbatichaatiin jijjiiramuu yookaan fooyya’uu danda’a. gulaalaan muummeefi daarektarri itti gaafatamummaa qabu. Dhimmoota heeraafi seera biyyattiitin walitti bu’an kamiyyuu irratti mari’achuun dhoorkaadha.3. 5. Seeronni mirga odeeffannoofi pireesii akkasumas seerri yakkaa qajeelfama kanaan kabajamaadha. Qabiyyee tamsa’ee komiin itti dhihaateef. 5. Sadarkaa Itti Gaafatamummaa Qajeelfamni kun yoo cabe qopheessaa yookaan akka qajeelfama kana keessatti ibsametti keessummeessaan komii kamiifuu itti gaafatamummaa qaba. 5. Kutaa Shan: Qajeeltoowwan Garagaraa 5. Gaafiiwwan Hirmaattonni gaafataman Seensa Mataduree marii fi hirmaattota beeksisuu Gaafii #1 Hirmaataa Gaafii #2 Hirmaataa Gaafii #3 Hirmaataa Xumura Guduunfaa yaada marii Yookaan mataduree muyoo (subtitles) fayyadamuun namoota achirratti yaada kennan duukaa karoorsuun nidanda’ama. 3.5. Maqaa Hirmaattotaa Beekumsaafi muuxannoo qaban 6. 2. Gabatee/Unka Karoora Muldhismarii 1. Mataduree: Kiraa Funaanuu Mataduree muyoo (subtitle) Maalummaafi haala ittiin muldhatu (features) Labsiileefi seera Gahee qooda fudhattootaa Barnoota hubannoo cimsu Ogeeyyii yaada kennan Beekumsaafi Muuxannoo qaban . 5.5. 4. Mataduree Marii: ________________________________________________ Mariisisaa/Keessummeessaa: _________________________________ Guyyaa Marii: _____________________________________________________ Dheerina Yeroo Marii: ___________________________________________ Seenaa Gabaabduu Hirmaattotaafi Gaafii Marii.
Report "Qajeelfama Muldhis Marii"
×
Please fill this form, we will try to respond as soon as possible.
Your name
Email
Reason
-Select Reason-
Pornographic
Defamatory
Illegal/Unlawful
Spam
Other Terms Of Service Violation
File a copyright complaint
Description
Copyright © 2025 DOKUMEN.SITE Inc.